Mark 7:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
gaarayyeeffatuu, joljoluu, hammeenna, sobuu, fariisaa, hinaafaa, maqaa balleessuu, kooru'uu fi gowwu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'araafa, jallumafa, sobafa, ch'eera d'abafa, d'iibifa, arabafa, ufi saaditifi daalluma —
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
dharraafaa, jallummaafaa, sobafaa, ceeradhabafaa, dhiibbifaa, arrabafaa, ufii saaditii fi daallummaafaa
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
sagaagaluu, luqunuu, hammeenna, sobuu, adaba dhabuu'u, hinaaffaa, maqaa nama balleessuu'u, uf jaju'uu fi ceem'uu fa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
seebaruu, luqunuu, hammeenna, sobuu, hoossuu, hinaaffaa, maqaa balleessuu, uf jaju'uu fi ceem'uu fa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sagaagalummaa, haafayummaa, hammeenna, sobddummaa, gad dhiifamummaan, hinaafttummaan, hamataa ta'uun, ufi tuulummaanii fi yaada dhabumma'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gaarayyeeffatuu, joljoluu, hammeenna, sobuu, fariisaa, hinaaffaa, maqaa balleessuu, kooru'uu fi gowwu'u.