Mark 7:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartittiin tun nama Giriikii ti; isiin lafa Finiiqee jedhantu ta biyya Sooriya'aa keessatti dhalatte. Isiin akka durriisa intala isi'ii keessaa baasuuf Yesuus kadhatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini tuni gosa Griki, d'alooti isii Sirofoinike. Isiini Yeso kad'atte aka jinni intala isi keesaa baasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niitiin tun gosa Griikii, dhalootii isii ammoo Finiiqee, biyya Sooriyaa keessaa. Isiin akka innii jinnii intala isii keessaa baasu, Yesus kadhatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartittiin sun nama Giriikiiti; isiin biyya Sooriya'aa keessatti hulee Finiiqee jedhamtutti dhalatte. Isiin akka mucattii isi'ii keessaa jinnii baasuuf Yesuusiin kadhatte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartittiin sun nama Giriikii ti; isiin biyya Sooriya'aa keessatti hulee Finiiqee jedhamtutti dhalatte. Isiin akka mucattii isi'ii keessaa jinnii baasuuf Yesuusiin kadhatte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttiin'llee gosa worra Sirofinqotaa irraa ka taate, Giriikittii ni turtte. Isiin'llee hafuura battii mucattii isi'ii keessaa akka baasu'uuf, Yesusiin ni kadhatteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartittiin tun nama Giriikii ti; isiin lafa Finiqee jedhantu ta biyya Sooriya'aa keessatti dhalatte. Isiin akka durriisa intala isi'ii keessaa baasuuf Yesuus kadhatte.