Mark 7:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo, “Me qara ijoolleen nyaattee quuttuu ti; sagalee ijoolle'ee fuudhanee sare'eef qolaansuun dansa'aa moti” isi'iin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Eegi, qara ha ijoolle gololchaniti, aki sagale ijoolle duraa fuud'ani sareti darbatani fullaaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Eegii, qaraa ha ijoolleen quufututii, sagalee ijoollee duraa fuudhanii saree dura buusuun aadaanitii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo, «Mee dura ijoolleen nyaattee haa quuftuu; nyaata ijoolle'ee fuudhanii sariinii darbuun sirri'ii miti» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo, «Mee dura ijoolleen nyaattee haa quuftuu; nyaata ijoolle'ee fuudhanii sariinii darbuun sirri'ii miti» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu, «Nyaata ijoolle'ee fuudhee sariiniif kennuun hin maluutii, mee ijoolleen durissanii haa quufan» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo, «Me qara ijoolleen nyaattee quuttuu ti; sagalee ijoolle'ee fuudhanee sare'eef qolaansuun dansa'aa moti» isi'iin jedhe.