Mark 7:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin ammoo deebittee, “Goottaa kiyya, sareelle harcaa qorii ijoolle'ee keessaa harcaate nyaatti” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo niitiini waan jette, D'uguma, Aabbo, ammo sareleeni mesa jala hamba ijoolle inyaatti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niitiin ammoo, “Dhuguma, Aabboo, sareelleen ammoo waan ijoollee irraa harca'e xarapheessaa jalaa, hambaa ijoollee in nyaatti” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin deebiftee, «Ee, Gooftaa'a, sariinillee waanuma qorii ijoolle'ee irraa harca'e nyaatanii mii!» jetteen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiinillee deebiftee, «Ee, Gooftaa'a, sariinillee waanuma qorii ijoolle'ee irraa harca'e nyaatanii mii!» jetteen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin'llee, «Dhuga'a Gooftaa kiyya, garuu sariin'llee bee qorii jala ta'anii ijoolleen yoo nyaatan hanbbaa harca'u ni nyaatan,» jechu'uun, ni deebifitteef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin ammoo deebittee, «Goottaa kiyya, sareelle harcaa qorii ijoolle'ee keessaa harcaate nyaatti» jetteen.