Mark 7:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus namicha san gumii keessaa qofitti baasee, quba ifii gurra isaa keessa keyee, tufee arraba namichaa tuqe;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni isa kobati gumi biraa fuud'e, quba ufi gurra isaa keesa kaye, hanch'ufa tufe, araba isaa tuqe,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus namicha gumii keessaa kophaatti fuudhee, quba ufii gurra isaa keessa kaa'ee, hancufa tufee, arraba isaa tuqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus namicha san gumii keessaa adda baasee, quba ufii gurra isaa keessa kaaye. Achiin maayii tufee arraba isaa tuqe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus namicha san gumii keessaa adda isa baasee, quba ufiillee gurra isaa keessa kaaye. Achiin maayii tufee arraba isaa tuqe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee namicha ummata biraa fooyee adda isaa titti fudhateeniiti, qubbiin isaa gurra namichaa keessa ni aseensise, hancufa isaa'llee tufee, arraba namichaa ni qaqabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus namicha san gumii keessaa qofitti baasee, quba ifii gurra isaa keessa keyee, tufee arraba namichaa tuqe;