Mark 7:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
gara ol-gubba'aa ol ilaalee hafuura gabbaa baafatee, “Efaataa” isaan jedhe. Akkas jechuun, “Banami!” jechu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gubba olmillate, hafuura baafate waan jed'e, Efatha, akasi jechaani, Banami jecha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gara Waaqaa ol millatee, hafuura baafatee, “Efaataa” jedhe. Akkas jechuun, “Banami!” jechuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara sami'ii ol jedhee laalee, hafuura guddaa baafatee, «Eftaahi» jedheen. Akkas jechuun, «Banami!» jechu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara sami'ii ol jedhee laalee, hafuura guddaa baafatee, «Efaataa» jedheen. Akkas jechuun, «Banami!» jechu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara samii'llee ol jedhee laalee, kadhateeti namichaan, «Efittaa» jedheen. Hiikkaan isaa'llee, «Banami!» jechu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gara ol-gubba'aa ol ilaalee hafuura gabbaa baafatee, «Efaataa» isaan jedhe. Akkas jechuun, «Banami!» jechu'u.