Mark 7:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ajaja Waaqaa ulfeessuu diddanee, aadaa namaa ulfeessitan” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'e, Isani Seera Waaqa lakiftani, aada nama gula yaatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan seera Waaqaa lakkiftaniitti, aadaa namaa gula yaatan” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ajaja Rabbii dhiiftanii xuwwe'ee fi ottee dhiqu'uun seera namaa eeddan. Kanaaf waan kana fakkaatu waan biraallee waan heddu gootan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ajaja Rabbii dhiiftanii xuwwe'ee fi ottee dhiqu'uun seera namaa eeddan. Kanaaf waan kana fakkaatu waan biraallee waan heddu gootan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kanaaf isin ajaja Waaqaa dhiifittanii, aadaa naminni baase ni eegidan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin ajaja Waaqaa ulfeessuu diddanee, aadaa namaa ulfeessitan» isaaniin jedhe.