Mark 8:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
barattoota woliin hoboloo yaabbatee gara aanaa Dalmaanuta'aa dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hobolo seene, jara isaa woliini lafa Dalmanutha jed'ani d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
hoboloo seenee, jara isaa waliin lafa Daalmaanutaa jedhan dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
darasoota woliin gara aanaa Dalmaanuta'aa dhaqe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
darasoota woliin gara aanaa Dalmaanuta'aa dhaqe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti barattoota isaa woliin ta'ee hoboloo yaabbatee, gara konyaa Daalmaanuta'aa ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
barattoota woliin hoboloo yaabbatee gara aanaa Dalmaanuta'aa dhaqe.