Mark 8:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo hafuura gabbaa baafatee, “Dhalooti kun maaf beessisa gaafata? Ani dhugumaan isiniin jedha, dhaloota kanaaf beessisi hin kennamu!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni maadefate waan jed'e, D'alooti kuni maafi akheekha barbaada? D'uguma wonti anini jed'u akheekha tokole d'aloota kanaa inkennani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii maadefatee hafuura baafatee, “Dhalootii kun maaf akeeka barbaada? Dhugumaa anin akeeka tokkollee dhaloota kanaa hinkennu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hafuura guddaa baafatee, «Dhaloonni kun maaf malkata barbaadan? Dhuga'aan isiniin jedha, dhaloota kanaaf malkanni hin kennamu!» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni hafuura guddaa baafatee, «Dhaloonni kun maaf malkata barbaadan? Dhuga'aan isiniin jedha, dhaloota kanaaf malkanni hin kennamuuf» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus ufi keessatti hafuuraan kadhachu'uun, «Dhaloonni bara kanaa maalaleen akka isaa taasfamuuf, maali'iif barbaadaa? Dhugamaan isiniin jedha, dhaloota kanaaf maalaleen woyiituu hin taasfamuuf!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo hafuura gabbaa baafatee, «Dhalooti kun maaf beessisa gaafata? Ani dhugumaan isiniin jedha, dhaloota kanaaf beessisi hin kennamu!» jedhe.