Mark 8:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni isaan lakkisee, ammalle hoboloo yaabbatee, gara abbaayaan gamaa bu'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra biraa deeme, hobolo keesa seene, gama kaaniti taake.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra biraa deemee, hoboloo keessa seenee, gama kaanitti taake.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa inni achumatti isaan dhiisee yabala keessa seenee gama ceeye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa, inni achumatti isaan dhiisee yabala keessa seenee gama ceeye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan dhiisee'llee deebi'ee hoboloo yaabbatee, gara gamaa ni ce'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni isaan lakkisee, ammalle hoboloo yaabbatee, gara abbaayaan gamaa bu'e.