Mark 8:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti sagalee fidatiisa dedhanee, hoboloo keessatti xaltaa tokko callaa qaban.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa qit'a woreega ka isaani gahu fud'achu ded'ee, qit'a toko ch'allati hobolo keesa jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa qixxaa tokkochaa hoboloo keessaa qabu malee wareegaa dhibii ka isaan ga'uu fudhachuu hinqaabanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni dhalee qabachuu waan irraanfataniif xoroshoo tokkottii malee yabala keessaa womaa hin qaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni dhalee qabachuu waan irraanfataniif xoroshoo tokkottii malee yabala keessaa womaa hin qaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa buddeena qabachuu waan irraafataniif hoboloo irratti buddeena tokko malee, ka bira'aa hin qaban ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti sagalee fidatiisa dedhanee, hoboloo keessatti xaltaa tokko callaa qaban.