Mark 8:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Ilaalladha'a! Uukoo worra Fariisaayotaatii fi Heroodisii irraa ifi eegadha'a!” jedhee ifi eegachiise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan Jara isatiini jed'e, Bukho Farisayootiifi ta Herode ira ufi eega.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus jara isaatiin, “Bukoo Fariisotaatii fi ta Herodis irraa ufi eegadhaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus isaaniin, «Laalladhaa'a! raacitii Fariisotaatii fi Heroodiisii irraa uf eeggadhaa'a.» jedhee isaan seere.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus isaaniin, «Laalladhaa'a! raacitii Fariisotaatii fi Heroodiisii irraa uf-eeggadhaa'a» jedhee isaan seere.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Shiishaa Fariisotaatii fi Heerodisii irraa ufi eeggadhaa!» jedhee, isaan ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Ilaalladha'a! Uukoo worra Fariisaayotaatii fi Heroodisii irraa ifi eegadha'a!» jedhee ifi eeggachiise.