Mark 8:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan wol woliin, “Inni waan nuut sagalee hin qanneef akkana jedha” jedhanee dudubbatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan woliini jed'e, Isii inni waan qit'a inqamneefi akasi jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo, “Isii, innii waan qixxaa hinqamneef akkas jedhee” waliin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana nuun jedha» jedhanii woliin qaaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana nuun jedha» jedhanii woliin qaaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Kana jechuun isaa yookiin waan nu'u buddeenna hin qabnneef ta'a» jedhanii, ufii isaaniitii woliin ni haasayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan wol woliin, «Inni waan nuuti sagalee hin qanneef akkana jedha» jedhanee dudubbatane.