Mark 8:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yaada isaanii beekee, “Maaf waan dhaba sagalee teessanii dudubbattan? Isin haga ammaa hin beennee? Qalbii hin qaddanuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worri jed'e, Beennaani waan worraani jed'e Maafi waan qit'a inqamneefi dubbattani? Ammalle imbeetani yokhaani inhubatani? Qalbiini teesani guddo wo inhubattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus waan warrii jedhe beennaan warraan, “Maaf waan qixxaa hinqamneef jettanii dubbattan? Ammallee hinbeettanii yokaan hinhubattanii? Qalbiin teessan guddoo wa hinhubattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Maaf waan dhalee dhabuu keessanii woliin qaaxxan? Isin Haga ammaa hin beennee yookaan hin hubannee? Qalbiin teessan duuda'a?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Maaf waan dhalee dhabuu keessanii woliin qaaxxan? Isin Haga ammaa hin beennee yookiin hin hubannee? Qalbiin teessan duuda'a?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee yaada isaanii kana beekee akkana isaaniin jedhe, «Buddeenna waan hin qabatiniif jettanii maali'iif yaaddan? Amma'llee isin worra womaayyuu hin hubannee fi worra isiniif hin galle? Amma'llee onneen keessan akkuma hadoodetti moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yaada isaanii beekee, «Maaf waan dhaba sagalee teessanii dudubbattan? Isin haga ammaa hin beennee? Qalbii hin qaddanuu?