Mark 8:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa ani daabboo xaltaa shanan namoota kuma shaniif caccasse, hanbaa hatte kolonjoo guutuu meeqa fuutane?” jedhee gaafate. Isaanille, “Kudhanii lama” jedhanee deebisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini qit'a shani ch'ach'abse nama kunki shani nyaachise, isani hamba dadu hagami guurtani? Worri waan jed'e kud'ani lama!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa anin qixxaa shan caccabsee nama kuma shanii nyaachisee, isan hambaa daduu hagam guurtan?” isaaniin jedhe. Jennaan warrii, “Kudhanii lama!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani xoroshoo shanii namoota kuma shaniif caccabsee kenne hambaa hafe masoobii hagam kaaftan?» isaanillee, «Kudha lama» jedhanii deebisaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa ani xoroshoo shanii namoota kuma shaniif caccabse, hambaa hafe gindoo hagamii kaaftan?» isaanillee «Kudha lama» jedhanii deebisaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee buddeena shanan namoota kuma shaniif yeroo kukkutee kennetti, hambbaa isaa ginddoo meeqa guutuu kaafttan?» Isaan'llee, «Ginddoo kudha lama guutuu» ni jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani daabboo xaltaa shanan namoota kuma shaniif caccasse, hambaa hatte kollonjoo guutuu meeqa fuutane?» jedhee gaafate. Isaanille, «Kudhanii lama» jedhanee deebisane.