Mark 8:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuusii fi barattooti isaa gara Betsayida'aa dhufane. Jarri takka achitti namicha ballaa tokko gara Yesuusii fiddee, akka inni namicha harkaan tuquuf kadhatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesofi jari isaa Bethsaida d'ufani. Biyyiti nama balla isatiini d'ufte, aka inni isa tuqu kad'atte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus fi jarii isaa Betsayidaa dhufanii, achiitti jarii tokko namicha ballaa tokko isattiin dhufee, akka innii isa tuqu kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusii fi darasoonni isaa gara Beetasaayida'aa dhufan. Jarri tokko nama ijji isaa hin argine tokko gara isaa fidanii akka inni harkaan qaqqabu kadhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusii fi darasoonni isaa gara Beetasaayidaa dhufan. Jarri tokko namicha ballaa tokko gara isaa fidanii akka inni harkaan qaqqabu kadhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara Betsayida'aa yeroo gayetti'llee namoonni namicha jaamaa tokko gara Yesusii ni fidan, akka qaqabuuniif'llee ni kadhataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuusii fi barattooti isaa gara Betsayida'aa dhufane. Jarri takka achitti namicha ballaa tokko gara Yesuusii fiddee, akka inni namicha harkaan tuquuf kadhatte.