Mark 8:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus namicha ballaa san harkaan qabee, ollaa keessaa diidatti baasee, ila namichaatitti tufee, harka ifii irra keyee, “Wo dhaggitaa?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha balla harka qabe, olla keesaa alati baase, ila isaa hanch'ufa iti tufe, harka ira kaye, Woma garta? jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii namicha ballaa kaan harka qabee, ollaa keessaa alaatti baasee, hancufa ila isatti tufee, harka irra kaa'ee, “Homaa gartaa?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus namicha jaamaa san harka ufii isa irra kaayee qabee ganda san keessaa baasee ija isaatitti tufee, harka ufii irra kaayee, «Waa arga'aartaa?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus namicha ballaa san harkaan qabee ganda san keessaa baasee, ija isaatitti tufee, harka ufii irra kaayee, «Waa arga'aartaa?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee namicha ijaan arguu dadhabe harka qabee eemara'aa, ganda keessaa gara raasa'aa titti ni baaseen, ija namichaa irratti'llee hancufa isaa itti tufee harka isaa irra kaayeeti, «Waan tokko argitaa ree?» jechu'uun, ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus namicha ballaa san harkaan qabee, ollaa keessaa diidatti baasee, ila namichaatitti tufee, harka ifii irra keyee, «Wo dhaggitaa?» jedhee gaafate.