Mark 8:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi midhatee ilaalee, “Ee, namoota dhaggaara; ammoo akka muka ideemuu anatti fakkaatan” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilti banamnaani, inni millate waan jed'e, Anini nama arga, ammo aka mukha yau fakaatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Iltii banamnaan, innii millatee, “Ee'ee nama in argaa ammoo akka dansaa hubachuu hin danda'u muka yaa'uu jiru na fakkataa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi ol jedhee laalee, «Ee, namoota arga'aara; haa ta'uu ammo akka waan munni deemuu natti fakkaata» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi ol jedhee laalee, «Ee, namoota arga'aara; haata'uu ammoo akka muka deemuu na fakkaatan» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi jaamaa'llee ol jedhee, «Ee namoonni natti ni muldhatan, garuu akka mukkiin tarkaanfataniiti natti fakkaatan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi midhatee ilaalee, «Ee, namoota dhaggaara; ammoo akka muka ideemuu natti fakkaatan» jedhe.