Mark 8:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammalle harka ifii ila namichaa irra keye. Yennaa tana namichi hubatee ilaale. Ilti isaa fayyitee waan maraa miidhassee dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Yesoni harka ufi ila isaa ira kaye. Duuba namichi millate fayye, waan ch'ufa aka dansa arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee Yesus harka ufii ila isaa irra kaa'ee, duuba namichii millatee fayyee, waan cufa akka dansaa arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee harka ufii ija namichaa irra kaaye. Hennaa san namichi guuttatee laale. Ijji isaa fayyitee waa maraa midhaassee arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee harka ufii ija namichaa irra kaaye. Hennaa san namichi guuttatee laale. Ijji isaa fayyitee waa maraa midhaassee arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebi'ee'llee Yesus ija namichaa irra harka isaa ni kaaye, yeroo kanatti namichi guutatee ni laale, fayyee'llee waan maraa qulqulleessee arguu, jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammalle harka ifii ila namichaa irra keye. Yennaa tana namichi hubatee ilaale. Ilti isaa fayyitee waan maraa miidhassee dhagge.