Mark 8:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba Yesuus, “Olla'atti hin deebi'in” jedhee namicha gara mana isaa galche.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni iti d'aame waan jed'eeni, beeni gali ammo olla sunti indeebiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus namichaan, “Beenii galii, ammoo ollaa sunitti hindeebin” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus, «Ganda keessa hin deddeemin; eennuttillee hin himin» jedhee namicha gara mana isaa erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus, «Ganda keessa hin deddeemn, eennuttillee hin himin» jedhee namicha gara mana isaa erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti'llee Yesus, «Gara ganda kanaa hin aseenin!» jedhee, gara mana isaa akka deemuuf ni geegesseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba Yesuus, «Olla'atti hin deebi'in» jedhee namicha gara mana isaa galche.