Mark 8:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaanille, “Gariin Yohaannisii cuupha'a si'iin jedhan; gariin Eliyaas si'iin jedhan; kuun ammoo raagota keessaa tokko si'iin jedhan” jedhanee deebisaneef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'e, Nami gari Yohana nama batisu jed'a, ka gari Eliya jed'a, ammo ka gari raaga duri toko jed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii deebiseefii, “Namii garii Yoh. aannis nama cuuphuu siin jedha, ka garii Eliyaas jedha, ka garii ammoo raaga durii tokko jedhaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Gariin Yohaannisii cuupha'a, gariin Eeliyaas, kuuwwan ammo raattota keessaa tokko siin jedhan» jedhanii deebisaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, «Gariin Yohaannisii cuupha'a, gariin Eeliyaas, kuuwwan ammoo raattota keessaa tokko siin jedhan» jedhanii deebisaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee «Tokko tokko Yohaannisii Cuupha'aa, kuunniin Eeliyaas, kuunniin'llee ammoo nabiyyoota keessaa tokko siin jedhan» jechu'uun, ni deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille, «Gariin Yohaannisii cuupha'a si'iin jedhan; gariin Eliyaas si'iin jedhan; kuun ammoo raagota keessaa tokko si'iin jedhan» jedhanee deebisaneef.