Mark 8:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa lafa fago'ootii worri dhufane waan jiranuuf, adoo isaanii womaa hin areerin gara manaa gala'aa yoo jedhe, kara'atti hin gaggaban” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini beelaani galche, karaati gagabani, wonti akanatiifi nami gari fago d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Egerii yo beeluma tanaan galche, waan namii garii ka fagoo dhufee keessaa jiruuf karaatti gagagabdii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa gari gariin lafa fago'oo waan dhufaniiraniif uduu isaan waa hin nyaachifne gara manaa deema'aa galaa yoo jenne, karaa irratti laafanii kufan.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaa gari gariin lafa fago'oo waan dhufaniiraniif uduu isaan waa hin nyaachifne gara manaa deema'aa galaa yoo jenne, karaa irratti laafanii kufan» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma beelayan kanaan gara mana isaanii yoo isaan geegesse, karaa irratti ni dadhaban, gonkumaa tokko tokkoon isaanii'llee, worra fago'oo dhufan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa lafa fago'ootii worri dhufane waan jiranuuf, adoo isaanii womaa hin areerin gara manaa gala'aa yoo jedhe, kara'atti hin gaggaban» jedhe.