Mark 8:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus waan isaa eennulle'etti akka hin hinne jabeessee isaan seere.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni worraa seere, aka nama tokoleti inhimne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii, akka nama tokkoleetti hinhimne warratti seere.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaa eennuttillee akka hin himne isaan seere.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isaa eennuttillee akka hin himne isaan seere.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Waayee kiyya eennutti'llee akka hin dubbanne» jedhee, isaan ufi ni eeggachiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus waan isaa eennulle'etti akka hin hinne jabeessee isaan seere.