Mark 8:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni dubbii tana isaaniif ifa tolchee dubbate. Pheexroos ammoo Yesuus cina'atti fuudhee, waan akka sanii san akka hin dubbanne dhoogge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni jecha kana diideese dubbate. Petroni isa koba fuud'e, Jecha kana injed'ini! jed'e d'owe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii jecha kaan diideessee dubbatee, Phexros isa kophaatti fuudhee, “Jecha kana hinjedhin!” jedhee dhowe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan kana ibsee dubbate. Pheexroos Yesuusiin ufitti sissee isa teedeffatuu jalqabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni waan kana ibsee dubbate. Pheexroos Yesuusiin ufitti sissee isa teedeffatuu jalqabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan kana ifan isaanitti ni hime, yeroo kanatti Phexiros addatti achi waameenii, itti baanachuu jala ni qabe. «Akkana hin jedhin!» jechu'uun, ni loleen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dubbii tana isaaniif ifa tolchee dubbate. Pheexroos ammoo Yesuus cina'atti fuudhee, waan akka sanii san akka hin dubbanne dhoogge.