Mark 8:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo garagalee barattoota ifii ilaalee, Pheexroosiin, “Seexaana, ana irraa bayyadhu! Ati akka namaa malee, akka Waaqaa hin yaadattu” jedhee xixe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni garagale, jara ufi ilaale, Petro d'owe waan jed'e, Nara fagaad'u, Sheet'ana! Atini waan Waaqa inhereddu, waan nama ch'alla heredda.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo garagalee, jara ufii laalee, hiccinnaa'ee Phexrositti dubbatee, “Narraa fagaadhu, Sheexaana! Atin waan Waaqaa hinherreddu, waan namaa callaa herredda” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo gara galee darasoota laalee Pheexroosiin, «Seexana nana, na biraa fagaadhu; Ati waan namaa malee, waan Rabbii hin yaaddu» jedhee teedeffate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo garagalee darasoota laalee, Pheexroosiin, «Seexana nana, na biraa fagaadhu; Ati waan namaa malee, ka Rabbii hin yaaddu» jedhee teedeffate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu garagalee gara barattoota isaa laaleeti Phexirosiin, «Ati sheexana nana narraa fagaadhu! Ati ka namaa malee waan Waaqaa hin yaadu!» jechu'uun, itti ni baanate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo garagalee barattoota ifii ilaalee, Pheexroosiin, «Seexana, na irraa bayyadhu! Ati akka namaa malee, akka Waaqaa hin yaadattu» jedhee xixe.