Mark 8:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami jiruu ifii fayyifatiisa fedhu hin dhaba; nami anaa fi Oduu Gammadaatiif jedhee jiruu ifii dhabu ammoo, jiruu ifii hin fayyifata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nami jireenna ufi baasu fed'u ch'ufti ind'aba, ammo nami maro kiyyafi maro Odu Dansaatiifi jireenna ufi balleesu inargata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif namii jireenna ufii baasuu fedhuu cuftii hindhaba, namii ammoo marroo tiyyaa fi marroo oduu Dansaatiif jireenna ufii balleessu inargata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni lubbuu ufii hambifachuu barbaadu maruu hin balleeffata; ka waan kiyyaa fi waan Dubbii Nagayaatiif lubbuu ufii balleeffatu maruu ammo hin oolfata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni lubbuu ufii hambifachuu barbaadu maruu hin balleeffata; waan kiyyaa fi waan Oduu Nagayaatiif lubbuu ufii ka balleeffatu maruu ammoo hin oolfata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
lubbuu isaa fayyisu'uuf ka barbaadu marrinuu ni dhabaan, waayee kiyyaa fi waayee wongeelaatiif lubbuu isaa dabarssee ka kennu garuu, ni fayyisaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami jiruu ifii fayyifatiisa fedhu hin dhaba; nami anaa fi Oduu Gammadaatiif jedhee jiruu ifii dhabu ammoo, jiruu ifii hin fayyifata.