Mark 8:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami yoo waan lafa tanaa duudii qabaatee, jiruu ifii yoo dhabe ammoo maan isaa baati?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maal namaa baati, yo nami waan lafa tana ch'ufa argate, ammo jireenna ufi d'abe? Woma tokole imbaatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii waan lafa tanaa cufa argatee ammoo lubbuu ufii yo dhabee maal baatiif?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni waan adunyaa tanaa maraa qabaatee lubbuu ufii yoo dhabe ammo maal isaa godha?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni waan adunyaa tanaa maraa qabaatee, lubbuu ufii yoo dhabe ammoo maal isaa godha?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni qabeenna biyya lafaa mara yoo argatee, lubbuu isaa garuu yoo balleese maal isa fayyada?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami yoo waan lafa tanaa duudii qabaatee, jiruu ifii yoo dhabe ammoo maan isaa baati?