Mark 8:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti isaa deebisanee, “Lafa goomole'ee tana keessatti sagalee kolbaa haganaa areeriisaaf geettu eessaa fuuna?” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isa waan jed'e, Isi nami dandae lafa aloo tana keesati gumi hagana geetu tana inqufsa?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa, “Isii, namii danda'ee lafa gammoojjii tana keessatti gumii hagana geettu tana inquufsaa?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaa deebisanii, «Lafa gammoojjii akkanaatitti nyaata namoota haganaatii gayu eessaa fuuna» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaa deebisanii, «Lafa gammoojjii akkanaatitti nyaata namoota haganaatii gayu eessaa fuuna» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee, «Eegaa, gammoojjii kanatti namoota kanniin maraaf buddeena gayu, argachu'uuf eennutu danda'a?» jechu'uun, ni deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti isaa deebisanee, «Lafa goomole'ee tana keessatti sagalee kolbaa haganaa areeriisaaf geettu eessaa fuuna?» jedhaneen.