Mark 8:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni gummiin sun lafa irra akka teettu ajajee, xaltaa torba san fuudhee, Waaqaaf galata galchee, caccassee, gumii saniif akka qoodanu barattoota ifiititti kenne; isaanille gumii saniif qoodane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani gumi teteesise qit'a torbaanu fuud'e galata Waaqa deebise, qit'a ch'ach'abse jara isaati kenne, biyya gololcha jed'eeni. Jennaani jari biyya gololche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan gumii teteessisee qixxaa torbaanuu fuudhee Waaqaa galata galchee, qixxaa cacabsee jara isatti kennee, “Biyyaan gololchaa” jedhe. Jennaan jarii biyya gololche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gumii saniin, «Lafa taa'aa'a» jedhee xoroshoo torbaa san fuudhee Rabbiin galatoonfatee caccabsee gumi'ii akka qoodan darasoota ufiititti kenne; isaanillee gumii taa'e sanii qoodan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni gumii saniin, «Lafa taa'aa'a» jedhee, xoroshoo torbaa san fuudhee, Rabbiin galateeffateeti, caccabsee, gumi'ii akka qoodan darasoota ufiititti kenne; isaanillee gumii taa'e sanii qoodan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee lafa irra akka taa'aniif ummata ni ajaje, buddeena torban'llee ol fuudhee Waaqa ni galateeffate, kukkutee'llee ummataaf akka dhiyeessan barattoota isaa titti ni kenne, isaan'llee ummataaf ni dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gumiin sun lafa irra akka teettu ajajee, xaltaa torba san fuudhee, Waaqaaf galata galchee, caccassee, gumii saniif akka qoodanu barattoota ifiititti kenne; isaanille gumii saniif qoodane.