Mark 9:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan dubbii isaa fudhatane; ammoo, “Du'aa ka'iis kun maan inni?” jedhanee wol gagaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dubbi suni qaabate, duisa keesa kaisi maani? jed'e wolgaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dubbii isaa fudhaatee, “Du'a keessaa ka'iisii maan?” jedhee walgaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan inni isaanitti hime san garamatti qabatanii, «Du'aa ka'uun maali'i?» jedha'aa wol gaggaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan waan inni isaanitti hime san garamatti qabatanii, «Du'aa ka'uun maali'ii?» jedha'aa wol gaggaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbicha'llee dhagayanii onnee isaanii titti ni qabatan, haa ta'u malee, «Du'aa ka'uun kun maal jechuu ta'inna laata?» jedha'aa, ufii isaaniitii woliin ni haasayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dubbii isaa fudhatane; ammoo, «Du'aa ka'iis kun maan inni?» jedhanee wol gagaafatane.