Mark 9:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti isaa, “Maaf barsiisoti seeraa, ‘Eliyaasitti dursee dhufa’ jedhan?” jedhanee Yesuus gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri isa gaafate waan jed'e, Worri Seera beekhu maafi qara Eliyaani d'ufu male jed'a?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii isa gaafatee, “Warrii seera beeku maaf qaraa Eliyaasiitti dhufuu male jedha ree?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee deebi'anii, «Barsiisonni seeraa, ‹Maaf Eeliyaas firrisee dhufa› jedhan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee deebi'anii, «Barsiisonni seeraa, ‹Eeliyaas firrisee dhufa› maaf jedhan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Barsiisonni seeraa'llee jalqaba dhufuu ka qabu Eliyaas maali'iif jedhan?» jechu'uun, ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti isaa, «Maaf barsiisoti seeraa, ‹Eliyaasitti dursee dhufa› jedhan?» jedhanee Yesuus gaafatane.