Mark 9:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ammoo isinitti hima; Eliyaas dhufeera; akkuma waan isaatiif barreeffantetti, namooti waanuma fedhane isa tolchane” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan anini isaniini jed'u, Eliyaani qaraa d'ufe, waan fed'ani isa tolchani, akuma t'aafiini jettu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ammoo isanitti himaa, Eliyaas qaraa dhufee, akkuma barreessiin jettuu warrii tokko waanuma fedhee isa tolche” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo akkana isiniin jedha, Eeliyaas dhufeera; akkuma waan isaatiif barreeffame waanuma fedhan maraa isa irratti godhan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammoo akkana isiniin jedha, Eeliyaas dhufeera, akkuma waan isaatiif barreeffame, waanuma fedhan maraa isa irratti godhan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani garuu Eliyaas dursseetuu dhufee jira, namoonni'llee akkuma waayeen isaa barreeffametti, waan barbaadan maraa isa irratti raawwatanii jiran» isiniin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo isinitti hima; Eliyaas dhufeera; akkuma waan isaatiif barreeffantetti, namooti waanuma fedhane isa tolchane» jedhe.