Mark 9:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin sun yennaa Yesuus dhaggite, akka malee maadeffattee, gara isaa rukkittee nageya fuute.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini ch'ufti isa arginaani guddo mamte, isati orite nagaya fuute.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin cuftii isa arginaan guddoo mamtee, isatti oritee nagaa fuute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumiin sun hennaa Yesuusiin argan maalalfatanii gara isaa fiiganii nagaya gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumiin sun hennaa Yesuusiin argan maalalfatanii, gara isaa fiiganii naga gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni marri'llee Yesusiin yeroo arganitti maalalu'uun nayanii, gara isaa'llee fiiganii nagaya ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin sun yennaa Yesuus dhaggite, akka malee maadeffattee, gara isaa rukkittee nageya fuute.