Mark 9:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumii san keessaa namichi tokko deebisee, “Barsiisa'a! Mucaan kiyya durriisa afaan duuchuun qabameeruun gara keeti fideera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami toko gumi keesaa waan jed'eeni, Aabbo, anini ilma kiyya, ka jinni duuda qabu, sitiini d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii tokko gumii keessaa deebiseefii, “Aabboo, anin ilma kiyya, ka jinnii duudaa qabu, tokko sittiin dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumii san keessaa namichi tokko deebisee, «Barsiisaa'a! mucaa kiyya ka jinniin afaan duuchu dhayeeru gara kee fideera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumii san keessaa namichi tokko deebisee, «Barsiisaa'a! mucaa kiyya ka jinniin afaan duuchu dhayeeru gara kee fideera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummata keessaa'llee tokko akkana jechu'uun ni deebise, «Yaa barsiisaa, mucaa kiyya ka hafuura duudaa taasisuun qabame, gara kee fideenii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumii san keessaa namichi tokko deebisee, «Barsiisa'a! Mucaan kiyya durriisa afaan duuchuun qabameeruun gara keeti fideera.