Mark 9:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “E! Isin dhaloota hin dhugeeffanne! Haga yoomii isin bira jiraadha? Haga yoomii isin ossadha? Mucaa gara kiyya fida'a!” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Isani diqole d'ugefacha inqabdani; guyya hagami isani woliini taa? Guyya hagami isani obsa? Natiini koota.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraan, “Isan warra dhugeeffachaa diqqoollee hinqamnee; haga yoomii anin isan waliin taa'a? Guyyaa hagam isan obsa? Nattiin koottaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Isin dhaloota hin amanne! haga yoomii isin woliin jiraadha? haga yoomii isinii obsa? mucaa gara kiyya as fidaa'a!» jedhe. Isaanillee mucaa gara isaa fidan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Isin dhaloota hin amanne! haga yoomii isin woliin jiraadha? haga yoomii isinii obsa? mucaa gara kiyya as fidaa'a!» jedhe. Isaanillee mucaa gara isaa fidan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Isin namoota hin amanne nana! Haga yoomii titti isin woliin jiraadhaa? Haga yoomii titti'llee isiniif obissa? Mee mucaa gara kiyya fida'aanii!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «E! Isin dhaloota hin dhugeeffanne! Haga yoomii isin bira jiraadha? Haga yoomii isin ossadha? Mucaa gara kiyya fida'a!» isaaniin jedhe.