Mark 9:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa hedduu ibiddaa fi bisaan keessa buusaa isa ijjeeesiisaaf wodhaaneera. Ati ammoo yoo dandeette, maganne'ee nu'uuf nayiitii nu gargaar” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro heddu jinniini ibidafi bisaani keesa isa buufte, aka isa ijeeftu. Yo dandeete, nuu nahi, qarqaari.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
marroo hedduu jinniin akka isa ijjeeftuu ibiddaa fi bisaan keessa isa buuftee, yo dandeette, nuu nahii nu qarqaar” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa hedduu isa ajjeesu'uuf ibiddaa fi bisaan keessatti isa darba. «Ati ammo yoo sii danda'ame garaa nuu laafii nu gargaari» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa hedduu isa ajjeesu'uuf ibiddaa fi bisaan keessatti isa darba. «Ati ammoo yoo sii danda'ame, garaa nuu laafii nu gargaari» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ajjeesu'uuniif'llee barbaadee yeroo baayi'ee ibiddaa fi bishaan keessatti ni kuffissan. Garuu waan tokko taasisu'uuniif yoo dandeette, yabo'oo nuuf nayi! Nu gargaar'lle'e!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa hedduu ibiddaa fi bisaan keessa buusaa isa ijjeesiisaaf wodhaaneera. Ati ammoo yoo dandeette, maganne'ee nu'uuf nayiitii nu gargaar» jedhe.