Mark 9:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanni mucaa iyyisiisee, gajassiisee keessaa baye. Mucaan akka reeffaa teenaan, namooti hedduun, “Du'eera” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jinniini iyite, hargufte, keesaa baate. Gurbaani kaani aka reefaa tahe, tanaafi nami hedduuni, Gurbaani yayu due jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jinniin iyyitee, mucaa harguftee, keessaa baate. Gurbaan akka waan du'ee taanaan, namii hedduun, “Gurbaan yaayyu du'e” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni battiin mucaa iyyisiisee gajafsiisee keessaa baye. Mucaan akka reeffaa taanaan namoonni hedduu, «Du'eera» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni battiin mucaa iyyisiisee, gajafsiisee keessaa baye. Mucaan akka reeffaa taanaan, namoonni hedduu, «Du'eera» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuurri battiin qoonqqa ol aana'aan ni iyye, mucaa'llee haalaan eega wixxifachiiseenii duubatti ni baye, mucaan'llee akkuma reeffaa ta'uu isaatiin, baayi'eewwan waan du'e isaanitti ni fakkaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni mucaa iyyisiisee, gajassiisee keessaa baye. Mucaan akka reeffaa teenaan, namooti hedduun, «Du'eera» jedhane.