Mark 9:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
woyaan isaa eennulle nami lafa irraa ka woyaa borcu tokko dande'ee haga addeessuun caalaa adii calkii teete.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fuula worra durati bifti isaa jijiramte, woyaani isaa bibilit'e, adi ch'aama taate, aka nami dandae miich'e inadeesine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fuula warraa duratti biftii isaa jijiramtee, wayaan isaa bibillixxee, akka namii danda'ee miicee hinaddeessine, adii caamaa taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffanni isaallee haga miiccuun adunyaa tanaa kamiiyyuu miiccee addeessuu dandeettu caalaa adii weeccaa ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uffanni isaallee haga miiccuun adunyaa tanaa kamiiyyuu miiccee addeessuu dandeettu caalaa adii weeccaa ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Uffanni isaa'llee haalaan ni calaqise, biyya lafaa irratti miicaan kum'llee hagas qulqulleessuu haga hin dandeennetti adii ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
woyaan isaa eennulle nami lafa irraa ka woyaa borcu tokko dande'ee haga addeessuun caalaa adii calkii teete.