Mark 9:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo wonna inni barsiise kana hin hubanne; isa gaafachu'uufille sodaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri jecha kana inhubanne, isa gaafachule sodaatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii jecha kana hinhubannee, ammoo isaallee gaafachuu sodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ammo waan inni dubbatee hin hubanne; isa gaafachu'uufillee hin sodaatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan ammoo waan inni dubbatee hin hubanne; isa gaafachu'uufillee hin sodaatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoota isaatiif garuu wonitti kun hin galleef, akka isa hin gaafaneef'llee ni sodaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo wonna inni barsiise kana hin hubanne; isa gaafachu'uufille sodaatane.