Mark 9:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuusii fi barattooti isaa Qifirnaahoom dhaqanee, mana geyaneeranuun duubatti Yesuus, “Kara'atti wonni isin irratti wol morontane maan inni?” jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kapernaumu geennaani, ato mana keesa jiru, inni worra gaafate, Kara keesati maani wolhasooftani? jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegee Qifirnaahom dhufaan. Mana duunnaan, Yesus “Karaa gubbaatti maan walhaasooftan?” jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuusii fi darasoonni isaa gara Qifirnaahoomii dhaqan. Haga mana gayaniin maayessa Yesuus, «Karaa irratti wonti isin irratti wol mormitan maali'i?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuusii fi darasoonni isaa gara Qifirnaahoomii dhaqan. Haga mana gayaniin maayessa Yesuus, «Karaa irratti wonti isin irratti wol mormitan maali'i?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesusii fi barattoonni isaa gara Qifirnaahoomii ni dhufan, Yesus gara manaa eega aseeneen duubatti barattoota isaatiin, «Karaa irra uduu jirttan wonitti irratti wol mormmitan maal ture?» jechu'uun, isaan ni gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuusii fi barattooti isaa Qifirnaahoom dhaqanee, mana geyaneeranuun duubatti Yesuus, «Kara'atti wonni isin irratti wol morontane maan inni?» jedhee isaan gaafate.