Mark 9:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo, “Nu keessaa ka caalu eennu laati?” jedhanee waan wol moromaneeranuuf cadhisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri inch'allise, waan kara keesati, Nu keesa, eentu ira gudda? jed'ani wolmormaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo waan karaa gubbaatti, “Nu keessaa, eentu irra guddaa?” jedhee walmormeef incallise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ammo, «Nu keessaa eentu caala?» jedha'aa wol morma'aa waan turaniif hin cadhisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan ammoo, «Nu keessaa eentu caala?» jedha'aa wol morma'aa waan turaniif hin cadhisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan garuu ni caldhisan, kun'llee karaa irra uduu jiran, «Mara keennaa ka caalu eennu?» jedha'aa, wol mormma'aa waan turaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo, «Nu keessaa ka caalu eennu laati?» jedhanee waan wol moromaneeranuuf cadhisane.