Mark 9:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus tee'een duuba barattoota kudhanii lamaan gara ifii waamee, “Nami caalaa namaa te'iisaaf barbaadu, gadee namaa te'ee, tajaajilaa nama maraa te'uu ti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gadi tae, jara kud'ani lamaanu yaame waan jed'eeni, Nami nama qara tahu fed'u nama eegetifi hojattu nama ch'ufa tahu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii gad ta'ee, jara kudhanii lamaanuu yaamee, “Namii nama qaraa ta'uu fedhu nama eegetiif hojjattuu nama cufaa ta'uu male” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus haga taa'een maayessa darasoota kudha lamaanuu gara ufii waamee, «Namni bulchaa ta'uu barbaadu nama maraayyuu gad ta'ee hojjataa nama maraa haa ta'uu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus haga taa'een maayessa darasoota kudha lamaanuu gara ufii waamee, «Namni bulchaa ta'uu barbaadu, nama maraayuu gad ta'ee, hojjataa nama maraa haa ta'uu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee eega taa'een duubatti kudha lamaanuu waamee, «Ka jalqabaa ta'uu ka barbaadu naminni kum'llee muummee maraatii fi tajaajilaa maraa ta'uu qaba» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus tee'een duuba barattoota kudhanii lamaan gara ifii waamee, «Nami caalaa namaa te'iisaaf barbaadu, gadee namaa te'ee, tajaajilaa nama maraa te'uu ti» jedhe.
Recommended Reading