Mark 9:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus daa'ima tokko fuudhee isaan dura dhaabbachiise. Inni isa habbaarratee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daima toko hampaare jiddu worraa teesise waan worraani jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Da'ima diqqaa tokko Yaamee jidduu warraa dhaabee, ufiitti amnatee warraan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus daa'ima tokko fuudhee isaan afoo dhaabsiise. Inni isa ammatee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus daa'ima tokko fuudhee isaan afoo dhaabsiise. Inni isa ammatee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daa'ima tokko fidee jidduu isaanii ni dhaabachiiseen, ammatee'llee akkana isaaniin jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus daa'ima tokko fuudhee isaan dura dhaabbachiise. Inni isa habbaarratee,

Recommended Reading