Mark 9:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Eennulle ka daa'ima diqqaa akkanaa kana maqaa kiyyaan fudhatu, ana fudhata; eennulle ka ana fudhatu, ka ana ergelle fudhata malee ana calla'aa moti” isaan jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami daima akana toko maro maqa kiyyatiifi jabeesu naa jabeesa; nami naa jabeesu naa injabeesu, ammo ka na erge jabeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii marroo maqaa kiyyaatiif daa'ima akkanaa tokko jabeessuu na jabeessa; namii na jabeessu na hinjabeessu, ammoo ka na ergee jabeessa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Daa'ima akkanaa tokko ka maqaa kiyyaan simatu maruu na simata; ka Ana simate ka na erge simata malee ana calla'aa miti» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Daa'ima akkanaa tokko maqaa kiyyaan ka simatu maruu, na simata; Ana ka simate, ka na erge simata malee ana calla'aa miti» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Daa'imman akkana kanniin keessaa ka tokko maqaa kiyyaan ufitti fudhatu inni ana ufitti fudhata, ka ana ufitti fudhatu marri'llee ana uduu hin ta'in, ka ana erge ufitti fudhata» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Eennulle ka daa'ima diqqaa akkanaa kana maqaa kiyyaan fudhatu, na fudhata; eennulle ka ana fudhatu, ka na ergelle fudhata malee na calla'aa moti» isaan jedhe.

Recommended Reading