Mark 9:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannis Yesuusiin, “Barsiisa'a, namicha tokko, ka maqaa keetiin duriisota baasu dhagginee, waan inni golii teenna te'uu dhabeef, nuuti ammoo isa dhooggine” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yohanani waan jed'eeni, Aabbo, nu nama toko ka maqa kanketiini jinni baasu agarre. Inni nama keennaaniti, tanaafi isa d'owarre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis Yesusiin, “Ee'ee Aabboo, nu nama tokko adoo innii maqaa keetiin jinnii baasuu arginee, waani innii nama keenna hintaniif isa dhowwine” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yohaannis Yesuusiin, «Barsiisaa'a! namichi tokko uduu maqaa keetiin jinnii baasu arginee inni waan gara keenna hin taaneef isa dhooggine» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yohaannis Yesuusiin, «Barsiisaa'a, namichi tokko maqaa keetiin uduu inni jinnii baasu arginee, Inni waan gara keenna hin taaneef isa dhooggine» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yohaannis Yesusiin, «Yaa barsiisaa, naminni tokko maqaa keetiin hafuura battii yoo baasu ni argine, garuu nu woliin waan hin ta'iniif ni dhooggineen» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannis Yesuusiin, «Barsiisa'a, namicha tokko, ka maqaa keetiin durriisota baasu dhagginee, waan inni golii teenna te'uu dhabeef, nuuti ammoo isa dhooggine» jedheen.