Mark 9:45 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Miilli keeti akka cubbuu tolchituuf, yoo si ataabe ifi irraa kuti; miila lamaan qabaattee gara qile'ee gatamu'uu mannaa, fafoottee gara jiru'uu galiisa si'iif woyya. [
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle yo miili kanke si wollaalchise ufira kuti, gati! Yo atini naafatte jireenna seente ira sii jirti, fulla miila lamaaniini naarti keesa si buusani. [
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee yo miilii kee si wallaalchisee ufirraa kutii, gati! Fulaa miila lamaan qabaattee qilee ibidda haga jiru hindhaamne keessa si buusan, yo naafattee miila tokkoon jireenna barabaraa seente irraa sii jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lutti tee yoo akka cubbuu hojjatu si ataabe uf irraa kuti. Luka lamaan qabaattee gara qilee ibidda hin dhaamnee galu'uu mannaa fafooftee gara jireennaa galuu sii woyya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lutii tee akka cubbuu hojjatu yoo si ataabe uf irraa kuti. Luka lamaan qabaattee gara qilee ibidda hin dhaamnee galuu mannaa, fafooftee gara jireennaa galuu sii woyya. Qilee san keessaa raammoon nama nyaatu hin du'u, ibiddillee hin dhaamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Miilli kee'llee yoo si dogoggorsse, muriitii gati, miila lama uduu qabddu gara ibidda asaabaa gatamuu irra, hokkolaa taatee gara jireennaa titti galuu siif woyya. [
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miilli keeti akka cubbuu tolchituuf, yoo si ataabe ifi irraa kuti; miila lamaan qabaattee gara qile'ee gatamu'uu mannaa, fafoottee gara jiru'uu galiisa si'iif woyya. [

Recommended Reading