Mark 9:47 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilti teeti akka cubbuu tolchituuf yoo si ataadde ifi keessaa baasi; ila lamaan qabaattee gara qile'ee gatamu'uu mannaa, ila takkattii callaa qabaattee mootummaa Waaqaa galuu si'iif woyya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ilti tante si wollaalchifte, ufi keesaa baasi. Yo atini ila tokooni Finna Waaqa argatte ira si jirti, fulla ila lamaaniini naarti keesa si buusani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo ilti tee si wallaalchifte, ufii keessaa baasii; fulaa ila lamaan qabaattee qilee ibidda haga jiru hindhaamneetti galtuu, yo ila tokko qabaattee Mootuummaa Waaqaa argatte irraa sii jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji tee akka cubbuu hojjattu yoo si ataabde uf keessaa baasi. Ija lamaan qabaattee gara qilee ibidda hin dhaamnee galu'uu mannaa ija takkattii qabaattee gara jireennaa galuu sii woyya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijji tee akka cubbuu hojjattu yoo si ataabde uf keessaa baasi. Ija lamaan qabaattee gara qilee ibidda hin dhaamnee galuu mannaa, ija takkattii qabaattee gara jireennaa galuu sii woyya. Qilee san keessaa raammoon nama nyaatu hin du'u, ibiddillee hin dhaamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijji kee'llee yoo si dogoggorste ufi keessaa baasii gati, ji'a lamaa uduu qabddu gara ibidda asaabaa titti gatamuu irra, ija takka qabaattee gara Mootummaa Waaqaa titti, galuu siif woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti teeti akka cubbuu tolchituuf yoo si ataadde ifi keessaa baasi; ila lamaan qabaattee gara qile'ee gatamu'uu mannaa, ila takkattii callaa qabaattee mootummaa Waaqaa galuu si'iif woyya.

Recommended Reading