Mark 9:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan akka malee waan sodaataneeranuuf, Pheexroos waan dubbateeyyuu hin beenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petrofi worri wahela isa guddo sodaate, jennaani Petroni waan jed'u wollaale akasi jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexrosii fi jarii waahela isaalleen guddoo sodaatee jennaan, Phexros homaa jedhuu wallaalee akkas jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka malee waan sodaataniiraniif Pheexroos woma jedha'aaruu hin beenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan akka malee waan sodaataniiraniif, Pheexroos woma jedha'aaruu hin beenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni sadiinuu haalaan nayanii waan turaniif, Phexiros waan dubbatu hin beeku ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka malee waan sodaataneeranuuf, Pheexroos waan dubbateeyyuu hin beenne.