Matthew 1:18 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhalooti Yesuus Kiristoosii akkana. Haati isaa Maariyaamiin Yoseefiif kadhatanteertu adoo isaan wol bira hin geyin dura, Ayyaana Woyyichaan ulfoottee dhaggante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'alooti Yeso Kristo akana tahe. Gaafa Yusufuni haad'a isaa Mariamu kad'ate, ato worri d'iirsafi niiti intahiini, isi Lubbu Qulqullooni garaachoofte argani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaloonni Yesuus Kiristoosii akkana. Haadha isaa Maariyaamiin Yooseefitu qaadhimatee ture; Inni uduu isii bira hin gayin Ayyaana Woyyu'uun ulfooftee argamte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhaloonni Yesuus Kiristoosii akkana. Haati isaa Maariyaam Yooseefiif kennamtee uduu jirtu, inni isi'itti uduu hin dhandhe Ayyaana Woyyu'uun ulfooftee argamte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Kristos haalli itti dhalate akkana ture, haatii isaa Maariyaam Yooseefiif qaadhimamttee uduu jirttu, uduma inni isi'itti hin dhaqin, Hafuura Qulqullu'uun ulfoofttee ni argamitte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhalooti Yesuus Kiristoosii akkana. Haati isaa Maariyaamiin Yoseefiif kadhatanteertu adoo isaan wol bira hin geyin dura, Ayyaana Woyyichaan ulfoottee dhaggante.