Matthew 1:19 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoseefiin isii kadhateeru sun nama balchaa waan te'eef, kolbaa duratti Maariyaamii qaanessuu hin barbaanne; maarre dhokaataan isii lakkisiisaaf yaade.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuni, nami isi kad'atu suni, nama dansa, isi ch'eersu imfeene, ammo d'ossaani lakisu fed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseefiin isii qaadhimate kun nama balchaa waan ta'eef isii saalfachiisuu waan hin barbaanneef dhossa'aan isii dhiisuu yaade.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yooseefiin isii qaadhimate kun nama qajeela'a. Kanaaf isii saalfachiisuu waan hin barbaanneef, dhossa'aan isii dhiisuu yaade.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qaadhimaan isi'ii Yooseef'llee nama mishaa waan tureef, Maariyaamiin nama duranatti isii saaxilu'uuf hin barbaanne, kanaaf dhossa'aan isii dhiisu'uuniif ni barbaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseefiin isii kadhateeru sun nama balchaa waan te'eef, kolbaa duratti Maariyaamii qaanessuu hin barbaanne; maarre dhokaataan isii lakkisiisaaf yaade.